መልካም የኢሬቻ በዓል ይሁንላችሁ!

ኢሬቻ በኦሮሞ ሕዝብ ዘንድ በምስጋና ቀንነት በድምቀት የሚከበር ታላቅ በዓል ነው፡፡

ሕብረት ባንክ እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም በጤና አደረሳችሁ እያለ በዘመናዊ ቴክኖሎጂ የታገዙ፣ ተደራሽና ለአጠቃቀም ምቹ የሆኑ የባንክ አገልግሎቶችን ሲያቀርብላቸሁ አብሮ ማደግን ተቀዳሚ መርሁ በማድረግ ነው፡፡

ሕብረት ባንክ
በሕብረት እንደግ!!

Baga ayyaana Irreechaan isin gahe!

Irreechi ayyaana guddaa ummata Oromoon akka guyyaa galataatti kab kabajamuudha.

Baankiin Hibratis ayyaana Ireechaa nageenya qabuu fi fayya qabeessa ta’e isiniif hawwa, tajaajila baankii teeknooloojii ammayyaatiin deeggaramee, dhaqqabamaa fi itti fayyadamuuf salphaa ta’e yeroon isaaniif dhiyeessu waliin guddachuu dursa kennuudhan!

BAANKII HIBRAT
Gamtaan Haa Guddannu!

Similar Posts